Deprecated: Required parameter $heading_type follows optional parameter $class_div in /customers/8/9/9/waaqeffannaa.com/httpd.www/wp-content/plugins/wp-product-review/includes/functions.php on line 245 Deprecated: Required parameter $heading_type follows optional parameter $class_div in /customers/8/9/9/waaqeffannaa.com/httpd.www/wp-content/plugins/wp-product-review/includes/functions.php on line 255 Warning: Cannot modify header information - headers already sent by (output started at /customers/8/9/9/waaqeffannaa.com/httpd.www/wp-content/plugins/wp-product-review/includes/functions.php:245) in /customers/8/9/9/waaqeffannaa.com/httpd.www/wp-includes/rest-api/class-wp-rest-server.php on line 1893 Warning: Cannot modify header information - headers already sent by (output started at /customers/8/9/9/waaqeffannaa.com/httpd.www/wp-content/plugins/wp-product-review/includes/functions.php:245) in /customers/8/9/9/waaqeffannaa.com/httpd.www/wp-includes/rest-api/class-wp-rest-server.php on line 1893 Warning: Cannot modify header information - headers already sent by (output started at /customers/8/9/9/waaqeffannaa.com/httpd.www/wp-content/plugins/wp-product-review/includes/functions.php:245) in /customers/8/9/9/waaqeffannaa.com/httpd.www/wp-includes/rest-api/class-wp-rest-server.php on line 1893 Warning: Cannot modify header information - headers already sent by (output started at /customers/8/9/9/waaqeffannaa.com/httpd.www/wp-content/plugins/wp-product-review/includes/functions.php:245) in /customers/8/9/9/waaqeffannaa.com/httpd.www/wp-includes/rest-api/class-wp-rest-server.php on line 1893 Warning: Cannot modify header information - headers already sent by (output started at /customers/8/9/9/waaqeffannaa.com/httpd.www/wp-content/plugins/wp-product-review/includes/functions.php:245) in /customers/8/9/9/waaqeffannaa.com/httpd.www/wp-includes/rest-api/class-wp-rest-server.php on line 1893 Warning: Cannot modify header information - headers already sent by (output started at /customers/8/9/9/waaqeffannaa.com/httpd.www/wp-content/plugins/wp-product-review/includes/functions.php:245) in /customers/8/9/9/waaqeffannaa.com/httpd.www/wp-includes/rest-api/class-wp-rest-server.php on line 1893 Warning: Cannot modify header information - headers already sent by (output started at /customers/8/9/9/waaqeffannaa.com/httpd.www/wp-content/plugins/wp-product-review/includes/functions.php:245) in /customers/8/9/9/waaqeffannaa.com/httpd.www/wp-includes/rest-api/class-wp-rest-server.php on line 1893 Warning: Cannot modify header information - headers already sent by (output started at /customers/8/9/9/waaqeffannaa.com/httpd.www/wp-content/plugins/wp-product-review/includes/functions.php:245) in /customers/8/9/9/waaqeffannaa.com/httpd.www/wp-includes/rest-api/class-wp-rest-server.php on line 1893 {"id":286,"date":"2017-06-06T12:40:02","date_gmt":"2017-06-06T12:40:02","guid":{"rendered":"http:\/\/www.waaqeffannaa.com\/?p=286"},"modified":"2017-06-06T12:48:47","modified_gmt":"2017-06-06T12:48:47","slug":"gumiin-waaqeffannaa-oromoo-olola-waaqeffannaa-fi-irreechaa-irratti-baname-balaaleffate","status":"publish","type":"post","link":"http:\/\/www.waaqeffannaa.com\/2017\/06\/06\/gumiin-waaqeffannaa-oromoo-olola-waaqeffannaa-fi-irreechaa-irratti-baname-balaaleffate\/","title":{"rendered":"Gumiin Waaqeffannaa Oromoo olola Waaqeffannaa fi Irreechaa irratti baname balaaleffate."},"content":{"rendered":"

(Waaqeffannaa, Waxabajjii 6 bara 2017)\u00a0<\/strong>Gumiin Waaqeffannaa Oromoo duula Waaqeffannaa fi Irreechaa xiqqeessuuf gaggeeffamaa jiru akka balaaleffatu ibsa Waxabajjii 5 bara 2017 baaseen beeksise.<\/p>\n

\"WGATeessoon isaa Norwey kan ta’e Gumii Waaqeffannaa Oromoo Addunyaa ibsa mata duree “vidiyoo balaaleffannaa Irreecha fi Waaqeffannaa kan \u00abProphet Suraphel Demissie\u00bb tin gama youtube fi \u00abPresence Tv Channel\u00bb gaafa Caamsaa 30,2017 faca\u2019e laallata” jedhuun baaseen akka hubachiisetti, gochaa fi oloolli Waaqeffannaa fi Irreechaa xiqqeessuu fi xureessuuf yaalaman kamiyyuu nagaa fi walitti dhufeenya gaariif balaafamaa dha.<\/p>\n

Akka Gumichi ibsetti, lallabaan wangeelaa\u00a0Suraphel Demissie \u00a0jedhamu waltajjii bariisa amantii Kiristaanaa irratti “qaanii tokko malee Irreecha fi waaqeffannaa xiqqeessuudhaan dubbatame”; lallabni kunis karaa marsaa walqunnamtii https:\/\/www.youtube.com\/watch?v=rX1p6rOY_7c<\/a>\u00a0addunyaaf faca’ee jira.<\/p>\n

Gumichi, dubbii fi lallabni kun Waaqeffannaa fi Irreechaa kan xiqqeessuu fi xureessu waan ta’eef hatattamaan akka haqamu, lallabaan sunis ummata Oromoo akak dhiifama gaafatu hubachisieera.<\/p>\n

Kana yoo gochuu baate, akka Gumiin Waaqeffannaa ibsetti, “ummanni Oromoo nagaa jaalatu waan ofii immoo kan roorroo ofirraa dhoowwachuu” kan danda’uu dha.<\/p>\n

Guutummaan ibsichaa akka armaan gadii ti.<\/p>\n

================================<\/p>\n

Ibsa gazexaawwaniif – Waaqeffannaa Oromoo Addunyaa baase:<\/strong><\/p>\n

Ibsa gaazexaawwaniif<\/p>\n

Waxabajjii 05.06.2017<\/p>\n

Dhimmi: vidiyoo balaaleffannaa Irreecha fi Waaqeffannaa kan \u00abProphet Suraphel Demissie\u00bb tin gama youtube fi \u00abPresence Tv Channel\u00bb gaafa caamsaa 30,2017 faca\u2019e laallata<\/strong><\/span><\/p>\n

Waaqeffannaan Oromoo Addunyaa vidiyoo namni Prophet Suraphel Demissie jedhamu gaafa caamsaa 30.05.2017 gama Youtube, Facebook, Tv isaa presence TV channel (Amazing Deliverance) jedhamuun fi marsareetii isaatin facaase yoo arginu hedduu gaddine. Vidiyoo kanarratti qaanii tokko malee Irreecha fi waaqeffannaa xiqqeessuudhaan dubbatame (https:\/\/www.youtube.com\/watch?v=rX1p6rOY_7c<\/a>) .
\nIrreechi aadaa fi duudhaa Oromoo, Oromoota daangaa amantii kamuu qaxxaamuruurn akka biyyatti walitti fidee biyya alaalatittis ta\u2019ee biyya keessatti keessattuu Hora Arsadee, Bishooftutti kabajamaa jira. Keessattuu bara as aanaa kana akka guyyaa biyyoolessaatti fudhatamaa dhufeera. Achittis ilmaan keenya, obbolaan keenya bara 2016 gumaata lubbuu ofii kaffaluu niyaadanna. Irreechi kan amantii tokkoo qofa osoo hintaane Oromoo hundaafuu calaqqee eenyummaa isaati.
\nWaaqeffannaanis amantii Oromoo ganamaa yoo ta\u2019u sabni Oromoos ta\u2019ee saboonni biraa Waaqa Gurraachatti bara dheeradhaaf amanaa kan jirani. Waaqeffannaan bishaanitti, gaaratti, meeshatti, lagatti hinamanu.
\nHaata\u2019u malee namni Prophet Suraphel Demissie jedhamu guyyaa 30.05.2017 haala nama qaanessuun irreecha fi waaqeffannaan akka waan bishaanitti bulanii, xiqqeessudhaan, salphisuudhan arrabsee youtube, Facebook fi tamsaasa TV isaa akkasumas marsaretii isaatirraan dabarsee jira. Facebook kanas namni 37 000 akka hordofufi namni hammasii jaalatu mul\u2019ata.
\nAadaa saba guddaa Afrikaa, aadaa fi duudhaa akkasumas amantii Oromoo arrabsuun salphisuufi xiqqeessun kan bara dheeraf itti turan ta\u2019us bara dammaqiisi fi guddinni jiru kana keessatti akkanatti saba Oromoo xiqqeessun fudhatama hinqabu. Hedduus nama guba.
\nUmmanni Oromoo rakkina dhalatu karaa nagaatin furachuudhaf aadaa bara dheera qaba.
\nKanarraa kan ka\u2019e, Waaqeffannaan Oromoo Addunyaa Prophet Suraphel Demissie akka inni saba Oromoo dhiifama gaafatu, vidiyoo arrabsoo kanas tamsaasa mararraa akk haqu gaafanna.
\nKuni yoo kabajamuu baate, ummanni Oromoo nagaa jaalatu waan ofii immoo kan roorroo ofirraa dhoowwachuu danda\u2019u ta\u2019uu ibsuudhan waan san booda walitti deebinu ta\u2019a.<\/span><\/p>\n

\n

Waqeffannaa Oromoo Addunyaa<\/p>\n

Garagalcha:<\/p>\n

Waajjiraa Pirezidaantii Federaala, demokiratawaa republikii Tophiyaa: Kabajamaa obbo Mulatuu Tashoomaa
\nWaajjira Muumicha Ministeeraa, kabajamaa obbo Haile Mariam Dessalegn
\nWaajjira Caffee Oromiyaa \u2013 Kabajamaa obboo Lammaa Magarsaa<\/p>\n<\/div>\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"

(Waaqeffannaa, Waxabajjii 6 bara 2017)\u00a0Gumiin Waaqeffannaa Oromoo duula Waaqeffannaa fi Irreechaa xiqqeessuuf gaggeeffamaa jiru akka balaaleffatu ibsa Waxabajjii 5 bara 2017 baaseen beeksise. Teessoon isaa Norwey kan ta’e Gumii Waaqeffannaa Oromoo Addunyaa ibsa mata duree…<\/p>\n","protected":false},"author":1,"featured_media":29,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"_oct_exclude_from_cache":false,"footnotes":""},"categories":[1],"tags":[],"class_list":["post-286","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-uncategorized"],"wppr_data":{"cwp_meta_box_check":"No"},"_links":{"self":[{"href":"http:\/\/www.waaqeffannaa.com\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/286","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"http:\/\/www.waaqeffannaa.com\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"http:\/\/www.waaqeffannaa.com\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"http:\/\/www.waaqeffannaa.com\/wp-json\/wp\/v2\/users\/1"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"http:\/\/www.waaqeffannaa.com\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=286"}],"version-history":[{"count":5,"href":"http:\/\/www.waaqeffannaa.com\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/286\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":291,"href":"http:\/\/www.waaqeffannaa.com\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/286\/revisions\/291"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"http:\/\/www.waaqeffannaa.com\/wp-json\/wp\/v2\/media\/29"}],"wp:attachment":[{"href":"http:\/\/www.waaqeffannaa.com\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=286"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"http:\/\/www.waaqeffannaa.com\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=286"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"http:\/\/www.waaqeffannaa.com\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=286"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}