“Waldhabdee babal’isuun aadaa Oromoo miti.”-Ibsa Koree Waaqeffanna Oromoo Addunyaa
“Waldhabdee babal’isuun aadaa Oromoo miti.”-Ibsa Koree Waaqeffanna Oromoo Addunyaa (Waaqeffanna Oromoo Addunyaa, 9 Waxabajjii 2017) Koreen Waaqeffanna Oromoo Addunyaa dhimma lallaba Prophet Suraphel Demissie kan Waaqeffannaa fi Irreechaa xiqqeessu sirreessisuuf tattaaffii godhamaa jiru keessatti kanneen deeggarsa…